የተማሪዎች ምርቃት በዓልን አስመልክቶ አዲስ ሙዚቃ በሐረማያ ዩኒቨርሲቲ
የሐረማያ ዩኒቨርሲቲ የተማሪዎች የሙዚቃና ቲያትር ቡድን አባል የሆነው ተማሪ ኡርጌሳ እሸቱ የተማሪዎች ምርቃት በዓልን አስመልክቶ እንኳን ደስ አላችሁ የሚል ትርጉም ያለው አዲስ ሙዚቃ በኦሮምኛ ቋንቋ አዘጋጅቷል፡፡
ይህ ሙዚቃ እንዲሰራ የሐረማያ ዩኒቨርሲቲ ወጪውን የሸፈነ (ድጋፍ ያደረገ) ሲሆን ሙሉ የሙዚቃ ቪዲዮውን (ክሊፑን) ለተመልካች በቅርብ ቀን የምንለቅ መሆኑን እየገለፅን ለማስታወቂያ ያህል ይህን የሙዚቃ ቪዲዮ ወደናንተ አድርሰናል፡፡

የሐረማያ ዩኒቨርሲቲ የህዝብና ዓለም አቀፍ ግንኙነት ዳይሬክቶሬት
Miseensa garee/ Gurmuu /Sirbaa fi diraama baratoota Yunivarsitii Haramaayaa kan ta’e barataa Urgeessa Isheetu sirna eebba ilaalchiise sirba faaru haaraa Afaan Oromootiin Qopheessera.
Baasii faaruu kana kan deegaree Yunivarsiitii Haramaayaa yoo ta’uu klippiin guutuu Viidiyoo faaruu kana /kun/ daawwatootaaf guyyoota muraasa kana keessatti gara keessan kan dhiheessinu ta’uu keegna ibsaa ammaaf garuu beeksiisaaf akka ta’uu viidiyoo kana gara keessan dhiheesineera.
Dayireekitooreetti Sabqunamtii Ummataa fi Aduuynaa
Yunivarsiitii Haramaaya

Comments
Post a Comment